Register | Login
CategoriesMinimize
Store AccountMinimize
Customer CartCart|Profile|Order History

 
ProductPriceQtySubtotal 
  Totals:0$0.00
 
Please log in to checkout.
CatalogMinimize
Gaadii By Daraaraa Mootii
Gaadiin Kitaaba dhugaa qabatamaa bu’aa bayii qabsoo bilisummaa Oromoo irratti hundaa’ee bifa asoosamaan kan qophaa’e yoo ta’u, kitaaba fuula 362 qabuudha. Qabiyyee, akkaataan barreeffama isaa fi gochaan taatoni isaa raawwatan kitaaba kana kitaabota kanaan dura dhimma Oromoo irratti bifa asoosamaanis ta’e haala biraan barreeffaman irraa adda kan godhaniidha. Kitaabni kun hayyoota afaanii fi siyaasaniis kan dubbifamee madaalame ta’uusaatti dabalatee guddinaa fi dagaagina og-barruu afaan Oromoof hirmaannaa ol’aanaa qabaachuun isaa kan raga ba’ameefiidha.
$20.00
Add To Cart
 
Reviews
Add Review
 
Return To Category